- Laa ilaaha ilaaha illallaah , Allaahu Akbar, Alhamdulih, Suubhaanallaah jechhuun zikrii Rabbii irratti jajjabeessuudha.
- Du'aa'ii duratti Rabbiin zakkaranii Isa faarsuun jaalatamaa ta'uudha.
- Namni tokko yeroo du'aa'ii godhatu du'aa'ii hundarra gaarii ta’ee fi kan Qur'aana fi Hadiisatti dhufee kheyrii duniyaa fi aakhiraa hammateen kadhachuun jaalatamaa ta'uudha, akkasumas waan barbaadeen kadhachuu ni danda'a.
- Gabrichi waan addunyaa fi aakhiratti isa fayyadu barachuu irratti bololuudha qaba.
- Araara, rahmataa fi rizqii barbaaduu irratti kakaasuudha, sababni isaas waan wantoonni kunneen kheyrii hammataniif jecha.
- Ummata isaanii waan isaan fayyadu isaan barsiisuu irratti gara laafina Rasuulli qabaniidha, nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu.
- Rahmanni booda araarama kadhachuutii wanni dubbatamteef akka qulqullinni guutuun argamuuf jecha, araaramni badiiwwan haquu, dhoksuu fi ibidda irraa bilisa ta'uu of keessaa qaba, rahmanni immoo kheyrii adda addaa fiduu fi jannata seenuun milkaa'uudha of keessaa qaba, kunis milkii guddaadha.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري