- Hadiisni kuni waan Nabiyyiin,nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatuu Rabbii isaanii irraa odeessan keessaa tokko yoo ta’u, inni hadiisa qudsiyyii ykn ilaahii jedhama, jechoonni fi hiikni isaas Rabbii biraa ta’us, amaloota Qur’aanaa hin qabu. kan akka ibaadaaf jecha isa qara’uu, isaaf qulqulleeffachuu, qormaataa, isaan dadhabsiisuu fi kkf.
- Awliyaa/jaalalleewwan Rabbii azaa gochuu irraa dhoorguudha, akkasumas isaan jaallachuu irratti kakaasuu fi sadarkaa isaanii isaanif beekun barbaachisaa akka ta'eedha.
- Diinota Rabbii diina godhachuutti ajajuu fi isaanin jaalallee ta'uu haraama taasisuudha.
- Namni shari'aa Isaa osoo hin hordofin jaalalee Rabbii ta'uu(waliyyummaa) himatu inni himannaa isaa keessatti sobaadha.
- Jaalalti Rabbii(waliyyummaan) kan argamtu dirqamoota raawwatanii wantoota haraama ta'an dhiisuudhaan.
- Jaalalli Rabbii akka gabrichaaf argamuu fi du'aa'iin isaaf akka qeebalamu wantoota sababaa ta'an keessaa inni tokko eega dirqamoota raawwatanii wantoota haraama ta'an dhiisanii sunnaalee raawwachuudha.
- Kabaja awliyoota Rabbii fi sadarkaa ol’aanaa isaanii kan agarsiisuudha.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري