- Hadiisni nubuwwumma Ergamaa Rabbii irratti ragoolee nama qajeelchan keessaa isa tokkoodha, maalif jennaan waan fuul duratti ummata isaanii keessatti argamuu taa'u himaniiti akkuma isaan himanitti argame.
- Nama tokko balaa isarra ga'uuf deemu itti himuun ni danda'amaadha, sababni isaas akka inni waan saniif lubbuu isaa qopheessuuf jecha, yeroo balaan sun irra gayetti obsee mindaa isaa Rabbiin irratti herregata.
- Qur’aanaa fi Hadiisa jabeessanii qabachuun qormaataa fi garaagarummaa keessaa karaa ittiin ba’aniidha.
- Haala beekamaa ta'een hooggantoota dhagayuu fi isaanii ajajamuu irratti kakaasuudha, akkasumas osoo miidhan isaan irraa argameellee isaan irratti finciluu dhabuu irratti kakaasuudha.
- Yeroo qormaataa keessatti ogummaa fayyadamuu fi Sunnaa hordofuudha.
- Ilmi namaa osoo ofii isaatii miidhamallee ta'ee haqa isa irra jiru raawwachuudha qaba.
- Hadiisichi qaa'idaa (bu'ura) akkana jedhuuf ragaadha: Hamtuu lama keessaa isa xiqqaa ykn waan nama miidhu lama keessaa isa miidhan isaa irra salphaatu filatam.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري