Namni kabajaa obboleessa isaa irraa ittise Rabbiin guyyaa qiyaamaatti fuula isaa irraa ibidda deebisa

Scan the qr code to link to this page

hadiisa
Ibsaa
Garsisuu hiikowani
bu.aa hadiisa irraa
tarreewwan
More ...
Abu Addardaa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: "Namni kabajaa obboleessa isaa irraa ittise Rabbiin guyyaa qiyaamaatti fuula isaa irraa ibidda deebisa".
Sahih/Authentic. - At-Tirmidhi

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isa arrabsuu fi yookaan isatti hamtuu hojjachuu dhoorguun namni kabajaa obboleessa isaa muslimaa irraa bakka inni hin jirretti ittise, Rabbiin guyyaa qiyaamaatti adabbii isa irraa ittisa.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Kabajaa muslimootaa tuquu irraa dhoorguudha.
  2. Mindaan fakkaataa hojiiti, namni kabajaa obboleessa isaa irraa ittise Rabbiin ibidda isa irraa ittisa.
  3. Islaamummaan amantaa gidduu hordoftoota isaatti obbolummaa fi woliif tumsuu jabeessudha.

tarreewwan

Successfully sent!