- Sodaa Rabbii qabaachuu fi addunyaa fi bareedummina isiitiin gowwooffamuu dhabuu irratti kakaasuudha.
- Ijaan dubartoota ajnabii ta'an ilaaluun yookaan isaan dhiirota ajnabii ta'anitti makamuu keessatti dandataa dhabuun, yookaan waan sana fakkatuun dubartootaan qoramuu irraa of eeggachuudha.
- Addunyaa keessatti fitnaan dubartootaa irra guddaa fitnoowwanii keessaa isa tokkoodha.
- ummatoota darban irraa barachuu fi gorsa fudhachuudha, wanni ilmaan israa'eel keessatti argame namoota biroo keessattis argamu danda'a
- Fitnaan dubartii, yoo haadha manaa taate namichi baasii danda’u caalaa baasutti isa dirqisiifti, sababaa saniitin dhimmoota amantii dhiisee guutumaa guututti duniyaa barbaadutti akka garagalu isa taasifti, dubartiin yoo ajnabii taate immoo gochuu, dhimma amantii irraa yaada akka garagalchu taasifti, yeroo guutuu isaa barbaacha dunyaa irratti akka dabarsu taasifti. Yoo orma taate immoo fitnaan isii yeroo manaa baatee isaanitti dhiirotatti makamte isaan gowwoomsuu fi haqa irraa isaan jallisuudh, keessattuu yeroo babareeffatanii haguuggii malee baate, inni kun sadarkaa isaatiin sagaggaalummatti kufutti nama geessuu isaatu mala, kanaafuu nama Rabbitti amaneef Rabbiin qabatee fitnaa dubartootaa irraa nagaa ta'uuf Isa kajeeluutu barbaachisa.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري