- Kophee lameen irra haxaayun kan hayyamamu yeroo Hadasa xiqqaa akka fincaanii irraa wuduu'a godhataniidha, Hadasa guddaa akka janaabaa irraa yeroo dhiqatan immoo miila lameen dhiquun dirqama ta'a.
- Haxaa’uun yeroo tokko qofa harka jiidha qabu jala osoo hin taane gubbaa kophee irra dabarsuudhaan ta'a.
- Ulaagaan Kophee lameen irra haxaayuu wuduu’a guutuu miilli lameen bishaaniin isa keessatti dhiqaman booda uffachuu, kopheen qulqulluu ta'uu, miila irra bakka wuduu-in itti dirqama ta'u kan dhoksu ta'uu, kophee irra haxaayuunis hadasa guddaa ykn waan dhiqannaa dirqama taasisu booda osoo hin taane hadasa xoqqaa booda ta'uu fi kophee irra haxaayuun yeroo shari'aan daangeffame keessatti ta'uudha, innis nama biyya jiruuf guyyaa tokkoo fi halkan tokko, nama imala irra jiruuf immoo guyyaa sadii halkan isaanii waliin.
- Wanti miila dhoksu hundi, kan akka kaalsii fi wantoota biroo, akka kophee lameenitti ilaalama, kanaafuu isa irra haxaa’uun ni danda’ama.
- Amallii fi barsiisni Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gaarii ta'uudha, sun Mughiirah akka isaan irraa kophee lameen hin baasne yeroo dhoorganii sababa isaas qulqulluu haala ta'aniin godhachuu akka ta'e itti himanitti, kunis lubbuun isaa akka tasgabbooftuu fi hukmii (murtii) isaa akka beekuuf jecha.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري