- “Waan Rabbii fi ati feete” jechuu fi jechoota irraa waan isa keessa "fi"dhaan waan biraa Rabbitti hidhuun jiru irraa wanni sana fakkaatu dhoorgaa ta'uudha; sababni isaas inni waan shirkii dubbiiwwanii fi jechootaa irraa ta'eef jecha.
- Akkana jechuun ni danda'amaadha: "Waan Rabbiin fedhe, Eegasii waan ati feete", akkasumas waan isa keessa waan biraa "eegasii" jechuun Rabbitti hidhuun jiru irraa wanni sana fakkaatu ni danda'amaadha; sababni isaas isa keessa wanni sodaatamu waan hin jerreef jecha.
- Fedhii Rabbii fi gabrichaaf mirkaneessuu fi fedhiin gabrichaa fedhii Rabbii ol ta'ee jala deemtuu akka taate ibsuudha.
- Osoo jechaanilleen taatee Fedhii Rabbii keessatti uumama qindeessuu irraa dhooguudha.
- Namichi yeroo dubbatu Bal'inaa fi guutummina keessatti fedhiin gabrichaa akka fedhii Rabbii ol ta'eeti jedhee kan yaadu yoo ta'e, yookaan gabrichaaf fedhii of danda'eetu jiraa yoo yaade inni shirkii guddaadha, yoo isaa gadi jedhee kan yaadu ta'e immoo inni Shirkii xiqqaadha.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري