“Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga

Scan the qr code to link to this page

hadiisa
Ibsaa
Garsisuu hiikowani
bu.aa hadiisa irraa
tarreewwan
More ...
Abdullah bin Mas'uud irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhani: “Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga".
Sahih/Authentic. - Al-Bukhari and Muslim. This is the wording of Muslim

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- guyyaa qiyaamaa miidhaa namoonni gariin garii isaanii irratti hojjate ilaalchisee jalqaba wanti namoota giddutti murtii godhamuu dhiiga akka ajjeesuu fi madeessuu akka ta'e himan.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Dhimmi dhiigaa guddaa ta'uudha, sababni isaas jalqabni waan irra yaachisaa ta'een waan ta'uuf jecha.
  2. Diliin akka guddina badii raawwatamteetiin guddataadha, lubbuu qulqulluu balleessuun badiilee gurguddoo keessaa isa tokko yoo ta’u, kafaruu fi Rabbii ol ta'etti qindeessuu malee wanti isa caalu hin jiru.

tarreewwan

Successfully sent!