- Ibaadaan waan Qur’aanaa fi Hadiisa keessatti ibsame irratti hundaa’aa waan ta’eef, seera inni baaseen malee Rabbii ol ta’e hin gabbarru, kalaqaa fi waan ragaa hin qabneenii miti.
- Amantiin yaada fi waan gaarii jedhame irratti kan hundaa’e osoo hin taane, Ergamaa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hordofuudhaan qofa ta'a.
- Hadiisni kuni Amantiin guutuu ta'uu irratti ragaadha.
- Bid'aa jechuun aqiidaa yookaan jecha yookaan hojii irraa ta'ee isheen hunduma waan zamana Nabiyyiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- fi sahaabota hin jerre kan Amantii keessatti argamsiifameeti.
- Hadiisni kuni bu'uroowwan Islaamaa keessaa bu'ura tokko yoo ta’u, hojiileef madaala akka ta’etti ilaalama, kanaafuu akkuma hojiin fuula Rabbii ol ta’ee barbaaduun isa keessa hin jirre hundi nama isa hojjateef mindaan isa keessa hin jirretti, hundi hojii waan Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ittiin dhufaniin wal hin simanne nama isa hojjate irratti deebifamaadha.
- Bid'aawwan dhoorgaman dhimmoota amantiitiin wantoota walqabatani malee kan jiruu addunyaatii miti.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري