- Ergaan Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- addunyaa guutuuf ta’uudha, akkasumas isaan hordofuun dirqama ta’uu fi hundummaan shari'aa shari'aa isaanitiin shaaramuudha.
- Namni Nabiyyitti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- kafare Nabiyyoota birootti amane jechuun isaa isa hin fayyadu, hunda isaanirrattuu rahmannii Rabbii haa jiraatuu.
- Namni waa'ee Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hin dhagayin, ergaan Islaamaas isa yoo hin qaqqabin inni uzriidha qaba, dhimma isaas Aakhiratti Rabbii ol ta'eetu akka godha beeka.
- Yoo du’aaf dhihoo ta’ellee, waan lubbuun qoonqoo (kokkee) hin geenyetti osoo dhukkuba cimaa keessallee jiraatee Islaamummaan faayyadamuun ni argamaadha.
- Amantiin kaafirootaa -Yahuudaa fi kiristaana dabalatee- sirriidha jedhanii yaaduun kufriidha.
- Yahuudaa fi Kiristaana hadiisicha keessatti kaasuun kan birootif akeekkachiisa kennuufi, kunis Yahuudaa fi Kiristaanni kitaaba waan qabaniif jecha, sanuma waliin dhimmi isaanii yoo akkana t'e dhimmi warra biroo kan kitaaba hin qabnee ni cima; kanaafuu amantii isaanii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- keessa seenanii isaaniin buluun isaan hunda irratti dirqama.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري