- Mushrikootaaf osoo firummaan isaanii, hojiin isaanii fi tola ooltummaan isaanii waan fedhe ta'ee isaanif araarama kadhachuun haraama ta'uudha.
- Abbootii fi jaarsolii soba/cubbuu keessatti hordofuun hojii warra jaahiliyyaa irraayi.
- Gara karaa kheyritti namoota waamu fi qajeelloo isaanii irratti guutummaa mararfannaa Nabiyyiiti fi bolola isaan qabaniidha nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu.
- Nama Abuu Xaalib islaamummaa qabateera jedhu irratti deebisuudha.
- Hojiileen dhuma irratti ilaalamaniidha.
- Faayidaa fiduuf ykn miidhaa ofirraa ittisuuf Nabiyyii fi-nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- waan birotti rarra'uun sirrii ta'uu dhabuudha.
- Namni beekumsaa fi mirkaneeffannaan, akkasumas itti amanuudhaan "Rabbiin malee dhugaan gabbaramaan hin jiru" jedhe islaamummaa keessa seeneera.
- Miidhaa waahellan hamoo fi hiriyyoonni badoon namaa irraan gahaniidha.
- Hiikni "Rabbiin malee dhugaan gabbaramaan hin jiru” jechuudhaa: gabbartii taabotaa, waliyyootaa fi warra gaggaarii dhiisanii Rabbii guddaa tokkicha qofa gabbaruudha, mushrikoonni hiika isii ni beekan.
- Islaamummaa qabachuun isaa kan kajeelamu yoo ta'e dhukkubsataa mushrikaa gaafachuun ni danda'amaadha.
- Qajeelloon kheyrii nama waffaquudhaa harka Rabbii tokkicha shariika hin qabneeti jiraadha, wanni Rasuula irra jiru -nagaa fi rahmmanni isaan irratti haa jiraatu- qajeelloo karaa kheyrii nama agasiisutii fi ergaa geessuudha.
-
- English - إنجليزي - English
- العربية - عربي - Arabic
- español - إسباني - Spanish
- português - برتغالي - Portuguese
- Français - فرنسي - French
- Русский - روسي - Russian
- اردو - أردو - Urdu
- Deutsch - ألماني - German
- Shqip - ألباني - Albanian
- বাংলা - بنغالي - Bengali
- ဗမာ - بورمي - Burmese
- bosanski - بوسني - Bosnian
- தமிழ் - تاميلي - Tamil
- ไทย - تايلندي - Thai
- සිංහල - سنهالي - Sinhala
- Kiswahili - سواحيلي - Swahili
- svenska - سويدي - Swedish
- Tiếng Việt - فيتنامي - Vietnamese
- മലയാളം - مليالم - Malayalam
- हिन्दी - هندي - Hindi
- Hausa - هوسا - Hausa
- Èdè Yorùbá - يوربا - Yoruba
- فارسی - فارسي - Persian
- Türkçe - تركي - Turkish
- 中文 - صيني - Chinese
- Bahasa Indonesia - إندونيسي - Indonesian
- Wikang Tagalog - فلبيني تجالوج - Tagalog
- پښتو - بشتو - Pashto
- አማርኛ - أمهري - Amharic
- ئۇيغۇرچە - أيغوري - Uyghur
- తెలుగు - تلقو - Telugu
- 日本語 - ياباني - Japanese
- Kurdî - كردي - Kurdish
- Nederlands - هولندي - Dutch
- čeština - تشيكي - Czech
- ગુજરાતી - غوجاراتية
- অসমীয়া - آسامي - Assamese
- azərbaycanca - أذري - Azerbaijani
- Ўзбек - أوزبكي - Uzbek
- български - بلغاري - Bulgarian
- română - روماني - Romanian
- Soomaali - صومالي - Somali
- тоҷикӣ - طاجيكي - Tajik
- Pulaar - فولاني - Fula
- magyar - هنجاري مجري - Hungarian
- ελληνικά - يوناني - Greek
- Кыргызча - قرغيزي - Кyrgyz
- नेपाली - نيبالي - Nepali
- italiano - إيطالي - Italian
- українська - أوكراني - Ukrainian
- afaan oromoo - أورومو - Oromoo
- ಕನ್ನಡ - كنادي - Kannada
- lietuvių - ليتواني - Lithuanian
- Malagasy - ملاغاشي - Malagasy
- Wollof - ولوف - Wolof
- Српски - صربي - Serbian
- Kinyarwanda - كينيارواندا - Kinyarwanda
- Akan - أكاني - Akan
- Mõõré - موري - Mõõré
- فارسی دری - دري